Kitaaba Barataa Kutaa 7

❴SHARE THIS PDF❵ FacebookX (Twitter)Whatsapp
REPORT THIS PDF ⚐

Kitaaba Barataa Kutaa 7

Mirgi kan Ripaabilikii Federaalawaa Dimookiraatawaa Itoophiyaatti Ministeera Barnootaati. Mirgi hundi eegamaadha. Kutaan kitaaba kanaa kamtuu hayyama abbaa mirgaa, Ministeera Barnootaa yookiin haala labsii Ripaabillikii Federaalawaa Demookiraatawaa Itoophiyaa, Negaariit Gaazexaa lakkoofsa labsii 410/2004 – labsii qabeenyi sammuu yookiin mirga ollummaan qabu eegsisuun kaninni hayyameef irraa
barreeffamaan kennamuun alatti baay’isuun, haala addaatiin ittigargaaramuuf kaawwachuun, elektiroonksiin, magineetiin, sagaleenii fi wantoota kana fakkaatan birootiin baay’isuun yookiin kuusuun dhorkaadha.

Ministeerri Barnootaa qaamota gareeewwanii fi namoota kitaaba kana maxxansiisuu irratti qooda fudhatanii fi boodas qajeelcha barsiisaa itti dabalan galatoomfachuu barbaada. Wantoota akka hin fudhatamne mirgi isaanii eegame tokko tokko hayyamnaan kana keessa galaniiru. Abbaa mirgaa wantoota kanaa ta’ee kan sirriitti hin ibsamiin yoo jiraate, Ministeera Barnootaa, Arat-kiiloo, Lakkoofsa saanduqaa 1367, Addis Ababa jedhee nuuf barreessuu danda’a.

Kitaaba Barataa Kutaa 7

  • Kitaabicha waraqan (gaazexaan) yookiin plaastikaan haguugi.
  • Kitaabicha yeroo hunda bakka gogaa fi qulqulluu ta’e kaa’i.
  • Kitaabicha yeroo hunda harka qulqulluutiin qabadhu.
  • Qola isaa irratti yookaan keessa isaatti homayyuu hin barreesiin.
  • Bakka booda banachuu barbaaddu kaardiin yookaan waraqaagabaabaa keessa kaa’uun mallattoo taasifadhu.
  • Fuula tokko yookiin fakkii tokkollee keessaa tarsaasuuf hinyaaliin.
  • Fuulli tarsa’e yoo jiraate, haphee yookiin pilaasteriin deebisiiwalqabsiisi.
  • Karaa irrattis haala kitaabichi hin miidhamneen qabadhu
  • Kitaabicha yommuu nama biraatti kennitu akeekkachiisi.
  • Kitaaba haaraatti yeroo duraatiif yommuu gargaaramtu,kitaabicha, dugdaan ciibsi si’a tokko fuulota muraasa qofagaragalchi. Suuta jedhii jidduu kitaabichaa harkaan gadi qabi.Haalli kunis qolli kitaabichaa akka hin miidhamne gargaara.

You can download the link Kitaaba Barataa Kutaa 7 PDF using the link given below.

2nd Page of Kitaaba Barataa Kutaa 7 PDF
Kitaaba Barataa Kutaa 7

Kitaaba Barataa Kutaa 7 PDF Free Download

REPORT THISIf the purchase / download link of Kitaaba Barataa Kutaa 7 PDF is not working or you feel any other problem with it, please REPORT IT by selecting the appropriate action such as copyright material / promotion content / link is broken etc. If this is a copyright material we will not be providing its PDF or any source for downloading at any cost.

One thought on “Kitaaba Barataa Kutaa 7

Comments are closed.